🚊
🚊 Baabura Filadhaa! Dirree Dhawaa Fooyyessuuf
Ilaalcha
Maxbar

Ilaalcha Koo Dirree Dhawaa

Ilaalcha Koo Dirree Dhawaa
April 28, 2026 Dr. Habtamu Alemu 72
Ummata Dirree Dhawaa kabajamoo,
Ani ilma magaalaa kanaa fi doktora Hospitaala Dilchoraa ti. Ani dorgomaa walabaa ta’uun ummata hunda tajaajiluuf ka’eera.

Waan irratti hojjedhu:

Fayyaa: Tajaajila fooyyessuu
Dargaggoota: Carraa hojii fi leenjii
Haqa: Malaammaltummaa dhabamsiisuu
Misooma: Hundaaf qixa
Nagaa: Tokkummaa jabeessuu

Ani dhugaa, hojii fi itti dhiyeenyaan isin tajaajila.
Baabura filadhaa β€” Jijjiirama filadhaa.
Qoodi